Monday 18 May 2015


 Cuuphaa Qulqulluu

Daa'imni Motii Tariku Cuuphaa Qulquluun saba Waaqayyo itt dabalame.

Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, gara dhugaa beekuus akka dhufu in jaallata, kanaaf nuyi wara cubbuudhaan banne ture jaalala isaatiin nu barbaadeera. Kanaaf Waaqayyo cubbuu keenyattii nu fayyisuuf jedhe ilama isaa nu eerge. Cuuphaa Qulqulluu kanaan cubbuu keenyatti nu quleessa. Eegaa da'imnii kun  maqa isaa Motii Tariku jedhamu 01.02.15 cuuphaan Qulqulluu kanaan Kristoosin uffateera, maatii Waaqayyottis dabalameera. Waaqayyo innii karaa fayyinaa nuu qoopheesse haa eebbifamu.

No comments:

Post a Comment