Our Service Time


Our Service Time


     Day    Time      Programs
- Sanbata Guddaa
- Wixata
 14:30 - 16:30
 (Waaree booda)
 Yeroo Waaqeffannaa
- Sambat-duraa 18:00 - 19:00 Qo'annaa Macaafa Qulqulluu
- Dilbata Waaree booda Barumsa amantii cimsachuu
Namoota rakkoofi dhibee garagaraa qabaniif Waaqayyoon ni kadhannaaf 
Namoota gaaffii hafuuraa qabaniif debii ga'aa laannaaf
Hidhaa seexanaa jala kan jiraataniif debii ga'aa laanna, akkasumas Waaqayyoon kadhachuufi jabeessuun bukkee dhaabanna
 
Kottaa nuwajjin Waaqayyoon Waaqessaa!

No comments:

Post a Comment