Sunday 17 May 2015


Watch UOECE 5th Annual conference Live 8-10 August 2014


Yaaroo Afuuraa TWOWA isa 5ffaa fi Ayyaana Hundeeffamuu Waldaa Keenyaa waggaa 5ffaan
The 5th UOECE Annual Spiritual Conference and the 5th Anneversary of our Church
 Daa'imni Naatanaan Abush Cuuphaa Qulquluun saba Waaqayyo itt dabalame.
Sagaleen isaa akkuma jedhu, Yesus harak isaa akka isaan irra kaa’uuf namoonni tokko mucoolii gara isaatti in fidani, Bartoonni immo ifatanii isaan dhowwan. Yesus garuu yommuu kana argee aaree, bartoota isaatiin...
Dubbisuuf kana xuqaa...
Daa'imni Olaantaa Fufaa Cuuphaa Qulqulluutiin Maatii Waaqayyootti dabalame
Namnnii akka ittin fayyuufi Waaqayyo tokkicha ilma isaa gara biyya lafaati eerge. Isati kan amanuu akka fayyuu, du'aa gara jireenyaatti akka jijiramee sagaleensaa ni dubata. Kanaafuu gooftaan keenya Yesus Kiritus Wayyee Cuuphaa akkana jedhe dubateera.
Dubbisuuf kana xuqaa...





cuphaa
Waaqayyo ammas maatii isaa ba'lisaa jira!
Lubbuu haaraan afur barumsa amantii erga baratanii boota cuphaa qulqulluutiin maatii Waaqayyooti dabalaman.
Dubbisuuf kana xuqaa....
UOECE Lounched Broadcasting to the Horn and Beyond: Radio Warra Wangeelaa
isanta yosef
Lubbuun Tokko Cuupadhaan Maatii Waaqayyootti Dabalame!
Sambata guddaa gaafa 25.08.2013 daa'imni Isanta Yosef cuupaa qulqulluutiin maatii Waaqayyootti dabalameera. Waaqayyo isa maatii isaa bal'isuuf galatni haata'u.
Sunday, March 24, 2013, Brother Temesgen Dhabasa Birru was ordained as a pastor at his home church – Oromo Evangelical Congregation of Trondheim (OECT).
Brother Temesgen, who has been ministering at OECT since the establishment of the church as a small bible study group in 2008, will continue to devote his time and energy to serve this same church which called him. Learn more...



Ecumenical Worship service with Lademoen Church


Ecumenical Worship Service
On January 2013, Oromo Evangelical congregation in Trondheim had a wonderful ecumenical worship service with Lademoen church. Following the worship service, there was a mouth watering Oromo cultural dinner. To symbolize the great partnership Oromo Evangelical congregation presented a gift of candle to Lademoen church. Learn more...
Qorannaa Macaafa Qulqulluu
Qorannaa macaafa Qulqulluu bifa wolitti fufiinsa qabuun Afaan Orootiin qophaa'ee isiniif dhihaateera. Qo’annoowwan kunniin tartiiba waldeeggaraa deemuun kan dhi’aataniidha. Dubbii Waaqayyoo biyya lafaa kanarraa argamuu hin dandeenye kan irraa argannu sagalee Waaqayyoo isa ta'e Macaafa Quqlulluu keessaati. gara qorannaa MQ ti ce'uuf asi xuqaa.
barattootni amantii cimfannaa baratan eebbifaman
Baatiiwwaan ---- tajaajilaaf kan isaan qopheessu barumsa amantii cimfannaa barachaa kan turan namootni 4 barumsa isaanii xumuruudhaan Fulbaana 30, 2012 Waldaa kristaanaa warra wangeelaa Trondheim keessatti eebbifamaniiru. Srna eebbaa kana irratti argamuudhaan kaan eebbifamtoota kanaaf waraqaa ragaa kennaan Luba Tasgaraa Hirphoti.
The Oromo Evangelical congregation in Trondheim conducted a blessing revival conference on July 28 and 29, 2012. On this two-day-conference Evangelist Mohammed Amin ministered to over 200 believers from the city of Trondheim and its surroundings. learn more
Baga Gammaddan!
July 14.2012 waldaa keenya keessatti cidha gaa’ilaa isaanii kan dhaabbatan obbo Adugnaa Dheerressaa  fi durbee Ainalem Kefyalew baga gammaddan, baga waaqayyoo guyyaa gammachuu kanaan isin ga’e jenna.
WKWOT

Konfraansii Afuuraa July 28 & 29, Waldaa keenyatti!

Lubbuun Tokko Maatii Waaqayyootti Dabalamte!

cuuphaa daa'ima Saaraa Fufaa
Afaanota garagaraa 500 keessaa filadhaatii Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootiin dhageefadhaa! Macaafotni Kakuu Haaraa Afaan oromoo loqoda Booranaa, loqoda Bahaa fi loqoda Dhiha Giddugaleessa Oromiyaatiin qophaa’e isinii dhihaateera dhaggeeffadhaa!
The Oromo Evangelical Church in Trondheim is a lively Afaan oromoo speaking congregation aimed at disseminating the Gospel of our Lord Jesus Christ among the oromo immigrant community of the surrounding and far beyond. The Church was established in September 2008 when a group of just 5 believers came to gather. This small group gradually grew in size and waxed strong in spirit. Learn more...
Waldaan Kristaanaa warra Wangeelaa Trondheim waan hin badne, waan xurii hin qabne, waan gad deebi'aa hin adeemnes, isa waaqa keesatti isiniif eegamee jiruutti darbitanii akka fudhattan isa godhee gooftaa Yesuusiin labsiti. Sagalee misiraachoo kana hawaasa keenya trondheim fi naannoo isheetti argamu irraa jalqabuudhaan hamma daarii lafaatti labsuun kaayyoo ishee isa guddaadha. Sagantaa waaqefannaa keenya baruuf kana cuqaa…
Rev. Hans
“The Good Shepherd” – That was the title of the sermon delivered by Rev. Hans Birger NeergĂ„rd on the 8th of March 2011 at our congregation. Rev. Hans is a Norwegian missionary who has been ministering the gospel for the last 13 years to the Oromo people, the folks whom he loves very much. He has been serving joyfully and diligently the Oromos in Gidami, Oromia. His sermon was based on John 10:11-18 where Jesus explained Himself as a good shepherd. Learn more...

No comments:

Post a Comment