Monday 18 May 2015

 Cuuphaa Qulqulluu

Daa'imni Nimonaa Lamuu Cuuphaa Qulquluun saba Waaqayyo itt dabalame.
Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, gara dhugaa beekuus akka dhufu in jaallata, kanaaf nuyi wara cubbuudhaan banne ture jaalala isaatiin nu barbaadeera. Kanaaf Waaqayyo cubbuu keenyattii nu fayyisuuf jedhe ilama isaa nu eerge. Cuuphaa Qulqulluu kanaan cubbuu keenyatti nu quleessa. Eegaa da'imnan kun  maqaan isaanii Nimonaa Lamuu fi Siifan Lamuu jedhaman 08.03.15 cuuphaa Qulqulluu kanaan Kristoosin uffataniiru, maatii Waaqayyottis dabalamaniiru. Waaqayyo innii karaa fayyinaa nuu qoopheesse haa eebbifamu.

No comments:

Post a Comment